Ethiopian News Link
January 25, 2018
Ambassador Wagener met Dr. #Merera #Gudina today in the German Embassy Addis Ababa. Both had a fruitful discussion about current political developments in Ethiopia. The Ambassador expressed Germany’s relief about Dr Merera’s release. She also expressed Germany’s gratitude for his relentless and peaceful commitment to fostering Ethiopia’s democracy. Dr Merera thanked the Ambassador for the continuous support that Germany has rendered to his case. He encouraged Germany to continue its contributions to finding a lasting solution to the political challenges of the country.
ዛሬ አምባሳደር ቫግነር ከዶ/ር #መረራ #ጉዲና ጋር በአዲስ አበባ በሚገኘው የጀርመን ኤምባሲ ተገናኝተው አውርተዋል:: ሁለቱም አሁን በኢትዮጵያ ውስጥ በሚታዩ ፖሊቲካዊ ሁኔታዎች ላይ ፍሬያማ ውይይት አድርገዋል:: አምባሳደር ቫግነር በዶ/ር መረራ ከእስር መለቀቅ ጀርመን የተሰማትን እፎይታ ገልጸዋል:: ዶ/ር መረራ በኢትዮጵያ ዴሞክራሲ እንዲያድግ ላሳዩት ያልታከተና ሰላማዊ ቁርጠኝነት ጀርመን ያላትን ምስጋና አቅርበዋል:: ዶ/ር መረራ በበኩላቸው ጀርመን ጉዳያችውን በተመለከተ ላደረገችው ያልተቋረጠ ድጋፍ አምባሰደሯን አመስግነዋል። አገሪቷ ፖሊቲካዊ ተግዳሮቶቿ ዘላቂ መፍትሔ እንዲያገኙ ጀርመን የምታደርገውን ጥረት እንድትቀጥል አበረታተዋል።
Ambaasaaddarri Jarmanii Aadde Vaaginar guyyaa har’aa mooraa Eembaasii Jarmanii Finfinneetti Dr. #Mararaa #Guddinaa wajjin wal arganii mariyataniiru. Lamaan jaraa dhimma siyaasa Itoophiyaa ilaalchisee marii firi-qabeessa ta‘e geggeessaniiru. Ambaasaaddarri Jarmanii gad-dhiifamu Dr. Mararaatin aara-galfi biyya Jarmanitti dhaga’ame himaniiru. Dr. Mararaan dimokiraasin akka guddatuuf cicha isaan karaa nagaafi wal-irraa hin citneen agarsiisaa turaniif galata argadha jedhaniiru. Dr. Mararaanis biyyi Jarman dhimma isaani ilaalchise deeggarsa godhaa turteef Ambaasaaddaritti galateeffataniiru. Bu’aa ba’ii siyaasa biyya kanaaf hiikni dhugaan akka argamuuf biyyi Jarman hojii hojjachaa jirtu akka itti fuftu jajjabeessaniiru.
German Embassy Addis Ababa